Dechasa Dejene
★
"Appichi baay`ee natti toleera,garuu maaliif guutummaa kitaaba qulqulluu hin jijjiirre? Waan fedheefuu gaariidha💚💚"
Version: 2.0
Milko Daba
★★★★
"Heddu namatti tola,guddaa galatoomaa!guutu Akka taasistanif sagalee irratti Akka hojjettan please👏 Thank you so much...we hope you can make it full and improve the voice part👏"
Version: 2.0
Hal Fhkkn
★★★★★
"Audio works great, easy to use.. no ads"
Version: 2.0
Aman Mandoyu
★★★★★
"kakuu moofa otuu qabaate baayessa Ta`a"
Version: 2.0
Abdi Abera
★★★★★
"Ani akka koottii baay`ee natti tolee sababan isaas haadhollii,abbotti fi warrii dubbifaachuu hin daandenyee sagaalee Waaqayyoon akka dhagaahan tasiifame. Hedduu galaatoma.Waaqayyoo abbaan ol sammirra isin haa eebbisuu.!!!!!!!!"
Version: 2.0
Ulfina Ashabir
★★★★★
"Waan baay`ee gaariidha. Waaqayyo isin Haa eebbisu"
Michael Tesfaye
★★★★★
"Extremely perfect, sound and attractive. Please can you include OLD TESTAMENT too?"
Version: 10.2
Abebe Sura
★★★★★
"Wow heduu namati toola jabbadha"
Haromsa Hirko
★★★★★
"It`s very good app"
Version: 2.0