A Google user
★★★★★
"Baayee nati toolee jiiraa gaalaatomaa"
Version: 1.5
Melkamu Alemu
★★
"Barresun kessan waàn gari ture garu walaloo gutu sirbaa waan hin barresinif urji lama qofti gahadha"
Version: 5.0
A Google user
★★★★★
"Baayyii nama gammachiisa jabaadha"
Version: 3.0
A Google user
★★★★★
"Bayyeen jaaladhe nuf Jabaadha baka afaanon bira gayyan afaan kenya Afaan Oromoos nuf gaya."
Version: 1.5
A Google user
★★★★★
"Aplkshiniin kun baay`ee gaariidha nuuf jabaadhaa! Galatoomaa!!!"
A Google user
★★★★★
"Walaloo sirba Afaan Oromoo. Garii dha!"
Version: 1.5
Bacha Abba Qabsoo
★★★★★
"Baayee tokko namattii tolaa galatooma"
Version: 5.0
Yusuf Abdela Adem
★★★★★
"Yuusuf Abdallaa Adam 12:02:2023"
abaye kedir
★★★
"Applikeshinichi bay`isee bareeda"
Hemiltan Jemal
★★★★★
"Baay`ee namatti tola, jabaadhaa ammallee."
Version: 5.0
Tarike Feyisa
★
"Baay`aa gaariidha ittii fufa namat tolaa"
Mabrat Birhanu
★
"Hin jabaatinaa nama hin gammachiisa."
Jaal shurrubee Walloo
★★★★★
"Bayyee namatii tolaa jalatamadha"
Version: 5.0
Milaa Kayyo
★★★★★
"𝗕𝗮𝘆𝘆𝗲 𝗴𝗮𝗿𝗶𝗱𝗵𝗮 𝗔𝗸𝗸𝗮𝗻𝘂𝗺𝗮𝗻 𝗶𝘁𝘁𝘂𝗺𝗮 𝗻𝘂𝗳𝘂𝗳𝗮 𝗴𝗮𝗿𝗮 𝗳𝘂𝗹𝗱𝘂𝗿𝗮𝘁𝗶"
Version: 5.0
A Google user
★★★★★
"Dhiiggan koo baay`ee namatti tola itti fufaa"
Dejene Daniel
★★★★
"itti muddaa,waa guddaa sinirraa eegna."
Mahomed Yusuf
★★★★★
"Kitbaa kuttaa 11"